Gamaaggamni Raawwii Hojii waggaa bara 2017 fi Workshoppiin Tarsiimoo Waldaa Aksiyoonaa Fayyaa Waliif gaggeeffamu Irratti argama. Adeemsa gara fuulduraa Waldaa Aksiyoona Fayyaa Waliif Irratti Karoora Bara 2018 AL.I qophaa’e Irratti mariileen murteessoon gaggeeffamaa jiru.
2025-07-19